Posts

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Ullee amantaa kootti hin jijjiramnee - Best afaan oromoo new 2022 afaan ...

Image

Waan hundumaa dursee F/ttuu Hiruut Fissaha - New 2022 afaan oromoo ortho...

Image
Ani waan tokkoo hin qabu duwwaadha jireenyi koo Hir'uu koo guutuudhaaf jirtaaka waaqa koo Waan hundummaa dursee maqaa kee waamun koo Ilaali naaf guuttii hir'uu jireenya koo ******************************** Essaawuu eebbaa barbaachaaf yoo ariifate iyyuu Waan barbaade argachuudhaaf yoo dhufee iyyuu Egaa gooftaa ati hin filee tannaan Jireenyi hin jiruu waaan fedhee tannaan ******************************** Yoo ati namaaf laate ogummaa hundummaa Eenyuuttuu ittin mormaa hunduu sif bittammaa Dhiifaman kan guutee danda'aadha ati Kan akka kee gooftaa eessaa iyyuu hin jiruuti ******************************** Innaafaan diina koo anarraa kaastekkaa Yaada garaa koottin kuno naa geessekkaa Hundumaa dursee galata kee malee Maalaan qabaa gooftaa koo an si malee ******************************** Walaloofi Yeedaloon F/ttuu Hiruut Fissaha Waraabbii sagalee Met. Digital Studio Poster Design Emana Picture Kiraara Antenehe T/Maariyaam Maseenqoo Haaron Barakat Ulullee Yoonaas Asira...

Iccittii Du'aa Ka'umsaa kutaa 2ffaa

Image
  Namni yeroo du’aa ka’utti yeroo sadi ergamaan qulqulluu Mikaa’eel faaggaa (malakata) ni afuufa, labsiin ni darba. Labsii jalqabaa irratti:  Foon namootaa bakka tokkotti walitti ni qabamu,  Kan tortore, kan bishaan nyaate, kan bubbeen fudhate,  Kan bineensi hamaan nyaatee hundi bakka tokkootti walitti ni qabamu. Labsii yeroo lammaffaatti:  Hiddiifi foon lafeen wal qabatu,   Reeffa hoo’a (reeffa reef du’e) ni fakkaatu.  Qaama isaanii keessayis kan hir’atu hin jiraatu. Labsii yeroo sadaffaatti:  Hundii du’aa ni ka’u.  Dhiirri kan wagga 30, dubartiin kan wagga 15 ta’uun akkuma Addaamiifi Hewaan yemmuu uumamaan sana fakkaatanii du’aa ni ka’u.  Kan gaarii hojjete biiftuurra harka 7 addaatetti ka’a.  Kan yaraa hojjete qurroorraa harkaa 7 gurraacha’ee ni ka’a.  Kan boo’an aka hin boonye, kan gammadan akka hin gammadne ta’a, kan quufan akka hin quufne, kan dheebotan akka hin dheebotne ni ta’u. (1Qor. 6:29) Gooftaan jiraattitafi du’oota irratti murtees...

Iccittii Du'aa Ka'uu

Image
  Amma garuu Kiristoos kan muganiif hangafa ta’uudhaan du’aa ka’ee jira. Duuti gama namaattin waan dhufeef, du’aa ka’uun ammo gama namaatiin ta’ee jira. Hundumti Addaamiin akkuma du’an, hundumti ammo Kiristoosin jiraattota ni ta’u. (1Qor.15;20). Jiraataa bara baraa kan ta’e fayyisaan keenya I/Kiristoos erga fannoo irratti lubbuu isa dabarsee kenne booda ni awwaalame. Guyyaa sadiifi halkan sadiif awwaalaa keessa bulee.  Guyyaa sadaffaatti awwaalaa naaf banaa, kafana narra hiikaa osoo hin jedhin du’a injifatee boolla keessaa ni ka’e. , “Waaqayyoos akka nama hirriba dammaquutti ni ka’e, akka nama cimaa machiin daadhii isa dhiisetti; diinota isaa gara boodaatti rukute.”(Far. 77 (78) : 65) Gooftaan keenya I/Kiristoos dhala nama mara irraa du’a isaatiin du’a barbadeessee, awwaala keessaa ka’eera. Nuttis akkasuma bara gara boodaa du’aa ni kaana. Iccitiin akkanaas Iccitii du’aa ka’uu jedhama. Iccitummaan isaas, Namni erga du’ee foon isaa tortoree booda, deebi’ee lubb...

Fannnoorrattin argee Waaqa koo F/taa D/n Darajjee Tasamaa New Afaan Orom...

Image

Alfaafi Omeega F/taa D/n Caalumaa Dandoo new afaan oromo orthodox mezmu...

Image

Maariyaamii Nuti sii waamanna F/taa D/n Gulummaa Birhannuu New 2020 afaa...

Image