Ani waan tokkoo hin qabu duwwaadha jireenyi koo
Hir'uu koo guutuudhaaf jirtaaka waaqa koo
Waan hundummaa dursee maqaa kee waamun koo
Ilaali naaf guuttii hir'uu jireenya koo
********************************
Essaawuu eebbaa barbaachaaf yoo ariifate iyyuu
Waan barbaade argachuudhaaf yoo dhufee iyyuu
Egaa gooftaa ati hin filee tannaan
Jireenyi hin jiruu waaan fedhee tannaan
********************************
Yoo ati namaaf laate ogummaa hundummaa
Eenyuuttuu ittin mormaa hunduu sif bittammaa
Dhiifaman kan guutee danda'aadha ati
Kan akka kee gooftaa eessaa iyyuu hin jiruuti
********************************
Innaafaan diina koo anarraa kaastekkaa
Yaada garaa koottin kuno naa geessekkaa
Hundumaa dursee galata kee malee
Maalaan qabaa gooftaa koo an si malee
********************************
Walaloofi Yeedaloon
F/ttuu Hiruut Fissaha
Waraabbii sagalee
Met. Digital Studio
Poster Design
Emana Picture
Kiraara
Antenehe T/Maariyaam
Maseenqoo
Haaron Barakat
Ulullee
Yoonaas Asiraat
Lyrics & Video Editing
Beresa Abebe
Bara
July 27, 2022
Comments
Post a Comment