Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...
Na dhiba jaalalli kee
Na dhiba arjumaan kee
Hin madaalamuu kan kee gooftaa
Barumaa baraan amma iyyuu galataa
Barruun kee naaf waraanamee
Dhiphuun kee natti dhaga'amee
Mul'istee jaalalaa kan kee
Fannoo fanniiffamuun kee
Hubaadhe ani jaalalaa kee
Gooftaa eenyuu akkii kee
Argeraa an nan odeessaa
Addunyaati an ba'een labsaa
Sin argee mil'uun ijii koo
Jajaatam jedhee abbaa koo
Uumaa koo si jabiinni koo
Yoo roomuu dandhabee humnii koo
Comments
Post a Comment