Posts

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Iccittii Du'aa Ka'uu

Image
  Amma garuu Kiristoos kan muganiif hangafa ta’uudhaan du’aa ka’ee jira. Duuti gama namaattin waan dhufeef, du’aa ka’uun ammo gama namaatiin ta’ee jira. Hundumti Addaamiin akkuma du’an, hundumti ammo Kiristoosin jiraattota ni ta’u. (1Qor.15;20). Jiraataa bara baraa kan ta’e fayyisaan keenya I/Kiristoos erga fannoo irratti lubbuu isa dabarsee kenne booda ni awwaalame. Guyyaa sadiifi halkan sadiif awwaalaa keessa bulee.  Guyyaa sadaffaatti awwaalaa naaf banaa, kafana narra hiikaa osoo hin jedhin du’a injifatee boolla keessaa ni ka’e. , “Waaqayyoos akka nama hirriba dammaquutti ni ka’e, akka nama cimaa machiin daadhii isa dhiisetti; diinota isaa gara boodaatti rukute.”(Far. 77 (78) : 65) Gooftaan keenya I/Kiristoos dhala nama mara irraa du’a isaatiin du’a barbadeessee, awwaala keessaa ka’eera. Nuttis akkasuma bara gara boodaa du’aa ni kaana. Iccitiin akkanaas Iccitii du’aa ka’uu jedhama. Iccitummaan isaas, Namni erga du’ee foon isaa tortoree booda, deebi’ee lubb...

Fannnoorrattin argee Waaqa koo F/taa D/n Darajjee Tasamaa New Afaan Orom...

Image

Alfaafi Omeega F/taa D/n Caalumaa Dandoo new afaan oromo orthodox mezmu...

Image

Maariyaamii Nuti sii waamanna F/taa D/n Gulummaa Birhannuu New 2020 afaa...

Image

Misiraachoo Gabri'eltu F/taa Abraham Hayilee New Afaan Oromo Orthodox M...

Image

Ati Na’egi faarsaa haaraa Faarfattu Indaashash Damisso

Image

Maaloo yaa abbaa koo karaa irraa na kaassi

Image