Dhaga'aa yaa sabaa(3)
Fannoon humna qaba
Dhiiga hoolaa Dhugaat.... dhaga’aa yaa sabaa
Fannoorratti cobe....... fannoon humnaa qabaa
Isaan nagaa argatee...... dhaga’aa yaa sabaa
Lapheen gaddan cabe.... fannoon humnaa qabaa
Jeequmsa hammaate.... dhaga’aa yaa sabaa
Tasagabbiin utube...... fannoon humnaa qabaa
Warreen hin hubanneef...... dhaga’aa yaa sabaa
Fannoon gowwummaadha..... fannoon humnaa qabaa
Warreen itti amannneef.... dhaga’aa yaa sabaa
Nuuf garuu ogummaadha.... fannoon humnaa qabaa
Baasnee addababayii.... dhaga’aa yaa sabaa
Dhadannoo keenyadha...... fannoon humnaa qabaa
Mormatti hidhannee.... dhaga’aa yaa sabaa
Eenyummaa keenyafi.... fannoon humnaa qabaa
Ifeentoo mul'anne.... dhaga’aa yaa sabaa
Addunyaa hundaafi... fannoon humnaa qabaa
Nuyiif humna keenya ... dhaga’aa yaa sabaa
Hin galle Ormootafi ... fannoon humnaa qabaa
Diinonni baay’eedha..... dhaga’aa yaa sabaa
Gareen Ayihuudotaa..... fannoon humnaa qabaa
Balleessuuf barbaada.... dhaga’aa yaa sabaa
Har'as nii dhaadataa.... fannoon humnaa qabaa
Yaaduma joonja’aa..... dhaga’aa yaa sabaa
Lallabni jal'ootaa.... fannoon humnaa qabaa
Comments
Post a Comment