Posts

Showing posts from September, 2022

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

dhaga'aa yaa nama fannoon humna qabaa Fttaa Kooeel Shewaa

Image
Dhaga'aa yaa sabaa(3)  Fannoon humna qaba Dhiiga hoolaa Dhugaat.... dhaga’aa yaa sabaa Fannoorratti cobe....... fannoon humnaa qabaa Isaan nagaa argatee...... dhaga’aa yaa sabaa Lapheen gaddan cabe.... fannoon humnaa qabaa Jeequmsa hammaate.... dhaga’aa yaa sabaa Tasagabbiin utube...... fannoon humnaa qabaa Warreen hin hubanneef...... dhaga’aa yaa sabaa Fannoon gowwummaadha..... fannoon humnaa qabaa Warreen itti amannneef.... dhaga’aa yaa sabaa Nuuf garuu ogummaadha.... fannoon humnaa qabaa Baasnee addababayii.... dhaga’aa yaa sabaa Dhadannoo keenyadha...... fannoon humnaa qabaa Mormatti hidhannee.... dhaga’aa yaa sabaa Eenyummaa keenyafi.... fannoon humnaa qabaa Ifeentoo mul'anne.... dhaga’aa yaa sabaa Addunyaa hundaafi... fannoon humnaa qabaa Nuyiif humna keenya ... dhaga’aa yaa sabaa Hin galle Ormootafi ... fannoon humnaa qabaa Diinonni baay’eedha..... dhaga’aa yaa sabaa Gareen Ayihuudotaa..... fannoon humnaa qabaa Balleessuuf barbaada.... dhaga’aa yaa sabaa Har'as nii d...