Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Giyoorgis kottuu abbaa koo - best new 2022 afaan oromoo orthodox mezmur ...


Giyoorgis kottuu abbaa koo
Giyoorgis kottuu eega koo
Na gargaari guyyaa rakkoo (x2)

**************************

Boromsawwiittin at kan gargaarte
Jabinaa amantii kan nuu barsiistee
Waaqa uuma keef kan amanamtee
Goonfoo ulfinaa ni badhaafamtee

**************************

Goonfoo moo'icha abboota kootti
Humnaafi ulfinaa moo'icha isaaniif
Naafis jabinaa midhaagina koo
Daf naa dhaqabbii Giyoorgis abbaa koo

**************************

Daandii fayyinaa sana hordoofte
Goonfoo ulfinaa ni badhaafaamte
Baburaan dakkamtuu summiin sif laatamee
Jabeenyii amantii sirraan mulqamnee

**************************

Goonfoo moo'icha abboota kootti
Humnaafi ulfinaa moo'icha isaaniif
Naafis jabinaa midhaagina koo
Daf naa dhaqabbii Giyoorgis abbaa koo

Comments

Popular posts from this blog

Iccittii Du'aa Ka'umsaa kutaa 2ffaa