Posts

Showing posts from August, 2022

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Giyoorgis kottuu abbaa koo - best new 2022 afaan oromoo orthodox mezmur ...

Image
Giyoorgis kottuu abbaa koo Giyoorgis kottuu eega koo Na gargaari guyyaa rakkoo (x2) ************************** Boromsawwiittin at kan gargaarte Jabinaa amantii kan nuu barsiistee Waaqa uuma keef kan amanamtee Goonfoo ulfinaa ni badhaafamtee ************************** Goonfoo moo'icha abboota kootti Humnaafi ulfinaa moo'icha isaaniif Naafis jabinaa midhaagina koo Daf naa dhaqabbii Giyoorgis abbaa koo ************************** Daandii fayyinaa sana hordoofte Goonfoo ulfinaa ni badhaafaamte Baburaan dakkamtuu summiin sif laatamee Jabeenyii amantii sirraan mulqamnee ************************** Goonfoo moo'icha abboota kootti Humnaafi ulfinaa moo'icha isaaniif Naafis jabinaa midhaagina koo Daf naa dhaqabbii Giyoorgis abbaa koo

Koottuu Gugee koo Maariyaamii - F/taa D/n Koo'eel Shewaa - Si waammadha ...

Image
Koottuu Gugee koo Maariyaamii Si waammadha Giiftii garraamii ****************************************** Koottuu gugee koo Maqaa kan keetu        ""         ""        ""  Wabii naaf ta'e        ""         ""        ""  Galaana cubbuu        ""         ""        ""  Kadhaa keen ce'e        ""         ""        ""  Deessuu mooticha        ""         ""        ""  Hamaa siin moo'e ****************************************** Koottuu gugee koo Diina qaanessee        ""         ""        ""  Hidhaadhas ba'e        ""         ""  ...