Posts

Showing posts from July, 2022

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Ullee amantaa kootti hin jijjiramnee - Best afaan oromoo new 2022 afaan ...

Image

Waan hundumaa dursee F/ttuu Hiruut Fissaha - New 2022 afaan oromoo ortho...

Image
Ani waan tokkoo hin qabu duwwaadha jireenyi koo Hir'uu koo guutuudhaaf jirtaaka waaqa koo Waan hundummaa dursee maqaa kee waamun koo Ilaali naaf guuttii hir'uu jireenya koo ******************************** Essaawuu eebbaa barbaachaaf yoo ariifate iyyuu Waan barbaade argachuudhaaf yoo dhufee iyyuu Egaa gooftaa ati hin filee tannaan Jireenyi hin jiruu waaan fedhee tannaan ******************************** Yoo ati namaaf laate ogummaa hundummaa Eenyuuttuu ittin mormaa hunduu sif bittammaa Dhiifaman kan guutee danda'aadha ati Kan akka kee gooftaa eessaa iyyuu hin jiruuti ******************************** Innaafaan diina koo anarraa kaastekkaa Yaada garaa koottin kuno naa geessekkaa Hundumaa dursee galata kee malee Maalaan qabaa gooftaa koo an si malee ******************************** Walaloofi Yeedaloon F/ttuu Hiruut Fissaha Waraabbii sagalee Met. Digital Studio Poster Design Emana Picture Kiraara Antenehe T/Maariyaam Maseenqoo Haaron Barakat Ulullee Yoonaas Asira...