Posts

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Biyyaa koofi jireenya koo biyyaa ormaafi jireenya kee dhaga'i hin gabbiittu

Image

F/taa D/n Abebaw Teferra Yaa Gooftaa danda'aa koo

Image

Faarsaa haaraa 'Yaada keen dubroodhaa' F/taa D/n Adaanee Asraat

Image

Jechoota Jaalalaa 'Awesome love quotes in Bible' Kutaa 4ffaa

Image

Faarsaa haaraa bara 2020 'Isheedha haati Waaqayyo'

Image

Jechoota jaalala ibsaan kakuu haaraa keessa

Image

Faarsaa F/taa D/n Hiikaa Bultii 'Haadhumma keen himaa yaa haadha koo '

Image