Posts

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Dhiigaan bitaamnerraa faarfannaa dhageettitti tolu Ftaa Dn Gammachu Taam...

Image

Gosotaa Tsooma akka Mana Amantaa Kiristaana Ortodooksii Tawahido Itiyoop...

Image

Gosota Tsoomifi Tsooma guddicha gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos

Image

Nuyi garuu, Kiristoos isa fannifame ni lallabna; dhaga'aa waal dhageesis...

Image

Kiristoos ka'eerra du'aatii Humnaafi aangoo guddaanii Seexanna hidhee bi...

Image

Tooftaalee akka namoonni si jaallataan goodhan muraasa

Image

Faarsaa Gabbii 'Jaalalli Samirraa' Faar Dn Daawit Diriba

Image