Posts

Showing posts from June, 2020

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Eenyuttu hadheessa kan Waaqni filaate F/taa D/n Daanyee Baay'isaa

Image

Youtube irratti mallaaqaa hojjechuuf maal gochuun akka sirraa jiraatu

Image

Ijaa Waaqayyo duraatti baay'ee salphadhaa Lallabaa Bsaa Duullaa

Image

Araarri kee baay'eedha dhiifamni kee dangaa hin qabu

Image

Abdii qabdanitti gammadaa, rakkina obsaa; Waaqayyoon kadhachuuttis cima....

Image

Abdii qabdanitti gammadaa, rakkina obsaa; Waaqayyoon kadhachuuttis cima....

Image

Eenyuu ati? Maalii kayyoon jireenya kee? jireenya kee keessatti maali ka...

Image