Posts

Showing posts from May, 2020

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Biyyaa koofi jireenya koo biyyaa ormaafi jireenya kee dhaga'i hin gabbiittu

Image

F/taa D/n Abebaw Teferra Yaa Gooftaa danda'aa koo

Image

Faarsaa haaraa 'Yaada keen dubroodhaa' F/taa D/n Adaanee Asraat

Image

Jechoota Jaalalaa 'Awesome love quotes in Bible' Kutaa 4ffaa

Image

Faarsaa haaraa bara 2020 'Isheedha haati Waaqayyo'

Image

Jechoota jaalala ibsaan kakuu haaraa keessa

Image

Faarsaa F/taa D/n Hiikaa Bultii 'Haadhumma keen himaa yaa haadha koo '

Image

Faarsaa F/taa D/n Hiikaa Bultii 'Haadhumma keen himaa yaa haadha koo '

Image

Jechoota Jaalalaa 'Awesome love quotes in Bible'

Image

Best quality orthodox tewahido afaan oromo mezmur 'Ni fayyisuu ni eeggu ...

Image

Waa'ee jaalalaa 'Awesome love quotes about love in Bible in Afaan Oromoo'

Image

Yaa abbaa koo yaa gooftaa koo F/ttuu Meetii Efreem

Image

Iccitii Cuuphaa

Image

Faarsaa afaan oromoo haaraa kan bara 2020 'Kennaa fannoo jalaa F/ttuu Me...

Image

Faarsaa baay'ee jaallatammaa 'Galateffammaadha hamma bara baraatti

Image

Yaa Waaqayyoo si waamanna Faar D/n Belay Olaaniifi F/ttuu Yeroom Mokonnin

Image

Faarsaa Afaan Oromoo 'Ergamaa gammachuu Gabri'eli' kan baay'ee namatti t...

Image

Iccitii Foonumaafi falaasama shakkitoota kutaa 2ffaa

Image

Uumamaa dhala namaafi kufati isa iccitii foonumaa kutaa 1ffaa

Image