Posts

Showing posts from June, 2018

Special Post

Na dhiba jaalalli kee na dhiba arjumaan kee best new 2023 afaan oromoo o...

Image
Na dhiba jaalalli kee  Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa  Barumaa baraan amma iyyuu galataa Barruun kee naaf waraanamee Dhiphuun kee natti dhaga'amee Mul'istee jaalalaa kan kee Fannoo fanniiffamuun kee Hubaadhe ani jaalalaa kee Gooftaa eenyuu akkii kee Argeraa an nan odeessaa Addunyaati an ba'een labsaa Sin argee mil'uun ijii koo Jajaatam jedhee abbaa koo Uumaa koo si jabiinni koo Yoo roomuu dandhabee humnii koo

Araarsituu Maariyaam

Image

Ftuu Tsehay Tammiruu Gargaraan koo

Image

Hosaa'inaa jennee Faarfannaa

Image

F tuu Tsehay Tammiruu Maariyami Haadha Waaqa

Image

Anis dhalootadha Faarsaa Afaan oromoo Ortodoksii

Image